-
Hisqiʼel 41:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kutaawwan garanaa fi garasiin jiranii fi iddoo banaa kallattii kaabaatiin jiru gidduu balballi tokko jira ture; kallattii kibbaatiin immoo balballi kan biraan jira ture. Iddoon banaan sun kallattii hundumaatiin dalgi isaa dhundhuma shan ture.
-