-
Baʼuu 25:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Damee tokko irratti, hammattuuwwan abaaboo abaaboo almoondii fakkaatan sadii dhukawwanii fi daraaraawwanii wajjin duraa duubaan haa tolfaman; damee isa kan biraa irrattis hammattuuwwan abaaboo abaaboo almoondii fakkaatan sadii dhukawwanii fi daraaraawwanii wajjin duraa duubaan haa tolfaman. Dameewwan jaʼanuu akka kanaan jirma baattuu ibsaa sana irratti haa tolfaman.
-