2 Seenaa Baraa 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kana malees, inni foʼaa bifa cuquliisaatiin, suufii bifa dhiilgeetiin, foʼaa bildiimaatiin, akkasumas huccuu baʼeessaan golgaa+ tolchee, bifawwan kiruubel irratti ni dhaʼe.+
14 Kana malees, inni foʼaa bifa cuquliisaatiin, suufii bifa dhiilgeetiin, foʼaa bildiimaatiin, akkasumas huccuu baʼeessaan golgaa+ tolchee, bifawwan kiruubel irratti ni dhaʼe.+