1 Mootota 7:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Akkuma mooraa isa keessaa+ mana Yihowaa fi akkuma barandaa manichaatti,+ mooraan inni guddaanis dhagoota bocamanii tarree sadiin wal irra kaaʼamanii fi saanqaa gaattiraa tarree tokkoon kaaʼameen kan ijaarame ture.
12 Akkuma mooraa isa keessaa+ mana Yihowaa fi akkuma barandaa manichaatti,+ mooraan inni guddaanis dhagoota bocamanii tarree sadiin wal irra kaaʼamanii fi saanqaa gaattiraa tarree tokkoon kaaʼameen kan ijaarame ture.