2 Seenaa Baraa 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achiis mooraa+ lubootaa+ fi mooraa isa guddaa,+ akkasumas balbaloota mooraa sanaa ni hojjete; balbaloota isaaniis sibiila diimaadhaan ni uwwise.
9 Achiis mooraa+ lubootaa+ fi mooraa isa guddaa,+ akkasumas balbaloota mooraa sanaa ni hojjete; balbaloota isaaniis sibiila diimaadhaan ni uwwise.