-
1 Mootota 7:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Gubbeewwan sanas saaphana isa funcaa xixinnoo akka wadarootti dhaʼame irraa hojjetameen miidhagsanii turan;+ gubbeen inni tokko saaphana torba, gubbeen inni kan biraanis saaphana torba qaba ture.
-