Baʼuu 15:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+ 1 Saamuʼel 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kan akka Yihowaa qulqulluu taʼe tokko illee hin jiru,Si malee kan biraan hin jiru,+Kan akka Waaqa keenyaas qarsaan hin jiru.+ 2 Saamuʼel 7:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ati dhuguma iyyuu guddaa+ kan taate kanaafi. Kan akka keetii tokko illee hin jiru;+ si malee Waaqni hin jiru;+ wanti gurra keenyaan dhageenye hundi kana mirkaneessa.
11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+
2 Kan akka Yihowaa qulqulluu taʼe tokko illee hin jiru,Si malee kan biraan hin jiru,+Kan akka Waaqa keenyaas qarsaan hin jiru.+
22 Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ati dhuguma iyyuu guddaa+ kan taate kanaafi. Kan akka keetii tokko illee hin jiru;+ si malee Waaqni hin jiru;+ wanti gurra keenyaan dhageenye hundi kana mirkaneessa.