-
Faarfannaa 67:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kunis, daandiin kee guutummaa lafaa irratti,
Gochawwan fayyinaa kees saboota hundumaa gidduutti akka beekamuufi.+
-
-
Faarfannaa 102:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Saboonni maqaa Yihowaa,
Mootonni lafa irraa hundis ulfina kee ni sodaatu.+
-