1 Seenaa Baraa 27:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ajajaan tuuta sadaffaa jiʼa isa sadaffaatti akka tajaajiluuf ramadame sanaa Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa+ isa dura buʼaa lubootaa taʼe sanaa ture; garee isaa keessattis namoota 24,000 turan.
5 Ajajaan tuuta sadaffaa jiʼa isa sadaffaatti akka tajaajiluuf ramadame sanaa Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa+ isa dura buʼaa lubootaa taʼe sanaa ture; garee isaa keessattis namoota 24,000 turan.