- 
	                        
            
            Daaniʼel 6:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Daaniʼel garuu labsiin sun akka irratti mallatteeffame akkuma hubateen, gara kutaa mana isaa isa baaxii manaa irra jiruu fi foddaan isaa kallattii Yerusaalemitti banamee jiru sanaa ni deeme.+ Achiis akkuma sana dura yeroo hundumaa gochaa ture, guyyaatti siʼa sadii jilbeenfatee Waaqa isaa ni kadhate, ni jajates.
 
 -