LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 6:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Achiis inni iddoo aarsaa Yihowaa dura, guutummaa gumii Israaʼel fuuldura dhaabbatee harka isaa ol ni kaase.+ 13 (Solomoon sibiila diimaa irraa waltajjii hojjetee mooraa sana walakkaa kaaʼee ture.+ Waltajjichi dheerinni isaa dhundhuma* shan, dalgi isaa dhundhuma shan, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma sadii ture; innis achi irra ni dhaabbate.) Achiis guutummaa gumii Israaʼel duratti jilbeenfatee harka isaa gara samiitti ol kaasuudhaan,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi