2 Seenaa Baraa 8:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, guyyaa buʼuurri mana Yihowaa itti kaaʼamee jalqabee+ hamma manichi xumuramutti hojiin Solomoon hundi akka gaariitti kan qindaaʼe* ture. Akka kanaan hojiin mana Yihowaa guutummaatti ni xumurame.+
16 Kanaafuu, guyyaa buʼuurri mana Yihowaa itti kaaʼamee jalqabee+ hamma manichi xumuramutti hojiin Solomoon hundi akka gaariitti kan qindaaʼe* ture. Akka kanaan hojiin mana Yihowaa guutummaatti ni xumurame.+