1 Mootota 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaanis akkuma waadaa isaaf galee turetti Solomooniif ogummaa ni kenne.+ Hiiraamii fi Solomoon gidduu nagaan jira ture; lamaan isaaniis walii galtee ni godhan.*
12 Yihowaanis akkuma waadaa isaaf galee turetti Solomooniif ogummaa ni kenne.+ Hiiraamii fi Solomoon gidduu nagaan jira ture; lamaan isaaniis walii galtee ni godhan.*