LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Dhuma irrattis Adoniyaan hoolota, loonii fi horiiwwan coccoomoo dhagaa Zoheleet isa Een Rogeelitti dhihoo jiru biratti aarsaa godhee dhiheesse;+ inni obboloota isaa warra ilmaan mootichaa taʼan hundumaa fi namoota Yihudaa warra tajaajiltoota mootichaa taʼan hundumaa ni waame.

  • 1 Mootota 1:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Harʼa inni qotiyyoo, horii coccoomoo fi hoolota hedduu aarsaa godhee dhiheessuuf gad buʼeera;+ ilmaan mootichaa hunda, ajajjoota raayyaa waraanaa fi Abiyaataar lubichas waameera.+ Isaan achitti isaa wajjin nyaachaa fi dhugaa, akkasumas ‘Adoniyaan Mootichi bara baraaf haa jiraatu!’ jechaa jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi