2 Seenaa Baraa 9:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Solomoon Mootichi wanta ishiin mootichaaf fidde caalaa,* wanta mootuun Sheebaa barbaaddee fi isa gaafatte akkamii iyyuu ishiidhaaf ni kenne. Sana booda ishiin achii baatee tajaajiltoota ishii wajjin gara biyya ishiitti deebite.+
12 Solomoon Mootichi wanta ishiin mootichaaf fidde caalaa,* wanta mootuun Sheebaa barbaaddee fi isa gaafatte akkamii iyyuu ishiidhaaf ni kenne. Sana booda ishiin achii baatee tajaajiltoota ishii wajjin gara biyya ishiitti deebite.+