Uumama 26:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Esaawu yeroo umuriin isaa waggaa 40 taʼutti, Yoodit intala Beʼerii Heetichaa fi Baasemaat intala Eloon Heetichaa ni fuudhe.+ 35 Isaanis Yisihaaqii fi Ribqaa irratti gadda guddaa fidan.*+
34 Esaawu yeroo umuriin isaa waggaa 40 taʼutti, Yoodit intala Beʼerii Heetichaa fi Baasemaat intala Eloon Heetichaa ni fuudhe.+ 35 Isaanis Yisihaaqii fi Ribqaa irratti gadda guddaa fidan.*+