Sefaaniyaa 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Akkasumas warra baaxii irratti raayyaa samiitiif sagadan,+Warra utuma Yihowaadhaaf sagadanii, isaaf amanamoo taʼuufis utuma waadaa galanii+ Maalkaamiif amanamoo taʼuuf waadaa galan,+
5 Akkasumas warra baaxii irratti raayyaa samiitiif sagadan,+Warra utuma Yihowaadhaaf sagadanii, isaaf amanamoo taʼuufis utuma waadaa galanii+ Maalkaamiif amanamoo taʼuuf waadaa galan,+