LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 10:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Guutummaan Israaʼel mootichi isaan dhaggeeffachuu akka dide yommuu hubatan, namoonni sun, “Nuti Daawit biraa qooda maalii qabna? Nuti ilma Issey biraa dhaala hin qabnu. Yaa Israaʼel, tokkoon tokkoon kee gara waaqolii keetti deebiʼi. Yaa Daawit amma mana kee eeggadhu!”+ jedhanii mootichaaf deebisan. Achiis Israaʼelonni hundi gara mana mana* isaaniitti deebiʼan.+

      17 Rooboʼaam garuu Israaʼelota warra magaalota Yihudaa keessa jiraatan irratti bulchuu isaa itti fufe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi