-
1 Mootota 11:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Akkuma tajaajilaan koo Daawit godhe,+ wantan si ajaje hunda yoo hojii irra oolchite, akkasumas dambiiwwan koo fi murtiiwwan kootiif ajajamuudhaan, daandiiwwan koo irra yoo deemtee fi wanta na duratti sirrii taʼe yoo raawwatte ani sii wajjinis nan taʼa. Akkuman Daawitiif ijaare mana bara baraa siif nan ijaara;+ Israaʼeliinis siif nan kenna.
-