-
2 Saamuʼel 20:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Amaasaan goraadee harka Yoʼaab irra ture irraa of hin eegganne; Yoʼaabis goraadee sanaan garaa isaa waraane;+ marʼimaan isaas lafatti jige. Irra deebiʼee isa waraanuun isa hin barbaachisne; siʼuma tokko waraanee isa ajjeese. Achiis Yoʼaabii fi obboleessi isaa Abishaay Sheebaa ilma Bikrii ariʼuu isaanii itti fufan.
-
-
1 Seenaa Baraa 2:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Abigaayil Amaasaa+ deesse; abbaan Amaasaa Yeteer Ishmaaʼelicha ture.
-