Baʼuu 20:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Wanta ol gubbaa samii keessa jiru yookiin gad lafa irra jiru yookiin lafa jala bishaan keessa jiru kam iyyuu fakkeessitee ofii keetiif fakkii bocame yookiin fakkii kan biraa hin tolfatin.+ 2 Mootota 10:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Haa taʼu malee, Yehuun jabbilee warqii warra Beetelii fi warra Daan keessa turanii+ wajjin haala wal qabateen cubbuu Yeroboʼaam ilmi Nebaat Israaʼelonni akka hojjetan godhe irraa hin deebine.
4 “Wanta ol gubbaa samii keessa jiru yookiin gad lafa irra jiru yookiin lafa jala bishaan keessa jiru kam iyyuu fakkeessitee ofii keetiif fakkii bocame yookiin fakkii kan biraa hin tolfatin.+
29 Haa taʼu malee, Yehuun jabbilee warqii warra Beetelii fi warra Daan keessa turanii+ wajjin haala wal qabateen cubbuu Yeroboʼaam ilmi Nebaat Israaʼelonni akka hojjetan godhe irraa hin deebine.