LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 23:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Iddoo aarsaa isa Beetel keessa jiru, jechuunis iddoo ol kaʼaa isa Yeroboʼaam ilmi Nebaat hojjetee fi Israaʼelonni cubbuu akka hojjetan ittiin godhe sanas ni diige.+ Iddoo aarsaa fi iddoo ol kaʼaa sana erga diigee booda ni gube; caccabsee daaraa ni godhe; utubaa waaqeffannaa* sanas ni gube.+

      16 Yosiyaas awwaalota gaaricha irra jiran garagalee yommuu ilaalu, lafeewwan sun awwaalicha keessaa baafamanii iddoo aarsaa irratti akka gubaman gochuudhaan, akkuma dubbii Yihowaa isa namni Waaqa dhugaa wantoonni kun akka raawwataman dursee dubbate sanaatti iddoo aarsaa sana ni salphise.+

  • 2 Seenaa Baraa 34:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Achiis Yosiyaas wantoota jibbisiisoo* hundumaa biyyoota kan Israaʼelotaa taʼan hundumaa keessaa ni balleesse;+ akkasumas namoonni Israaʼel keessatti argaman hundi Waaqa isaanii Yihowaa akka tajaajilan godhe. Guutummaa bara jireenyaa* isaattis, isaan Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼe duukaa buʼuu irraa hin jalʼanne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi