-
1 Mootota 20:35, 36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Ilmaan raajotaa*+ keessaa tokko ajaja Yihowaatiin michuu isaatiin, “Maaloo na rukuti” jedhe. Namichi garuu isa rukutuu dide. 36 Kanaafuu inni, “Ati sagalee Yihowaa waan hin dhageenyeef akkuma na biraa deemteen leenci tokko si ajjeesa”* isaan jedhe. Erga inni isa biraa deemee boodas leenci tokko itti dhufee isa ajjeese.
-