LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 23:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Iddoo aarsaa isa Beetel keessa jiru, jechuunis iddoo ol kaʼaa isa Yeroboʼaam ilmi Nebaat hojjetee fi Israaʼelonni cubbuu akka hojjetan ittiin godhe sanas ni diige.+ Iddoo aarsaa fi iddoo ol kaʼaa sana erga diigee booda ni gube; caccabsee daaraa ni godhe; utubaa waaqeffannaa* sanas ni gube.+

  • 2 Mootota 23:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kana malees, Yosiyaas manneen waaqeffannaa iddoowwan ol kaʼoo magaalota Samaariyaa keessatti argamanii fi mootonni Israaʼel Waaqayyoon dheekkamsiisuuf ijaaran hunda ni balleesse;+ inni wantuma Beetelitti godhe sana isaan irrattis ni godhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi