-
2 Seenaa Baraa 11:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yeroboʼaamii fi ilmaan isaa Yihowaadhaaf luboota taʼanii akka hin tajaajille isaan ariʼanii waan turaniif,+ Leewwonni iddoo dheedichaa isaanii fi qabeenya isaanii+ dhiisanii gara Yihudaa fi gara Yerusaalem ni dhufan. 15 Achiis Yeroboʼaam iddoowwan ol kaʼoodhaaf, jinniiwwan reʼee fakkaatanii*+ fi jabbilee hojjete+ sanaaf luboota ofii isaa ni muude.+
-