22 Yeroo kanatti Solomoon Mootichi, “Ati, Adoniyaadhaaf Abishaag Shunaamittii qofa maaliif gaafatta ree? Inni obboleessa koo isa angafaa+ waan taʼeef, mootummichas isaaf gaafachuu dandeessa;+ Abiyaataar lubichii fi Yoʼaab+ ilmi Zeruuyaas+ isa deggeraa jiru” jedhee ishiidhaaf deebise.