Nahimiyaa 9:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “Haa taʼu malee, isaan siif ajajamuu didan; si irratti fincila kaasan;+ Seera kee irrattis dugda isaanii ni garagalchan.* Raajota kee warra gara keetti akka deebiʼan isaan akeekkachiisaa turan ni ajjeesan; gochawwan tuffii guddaa argisiisanis ni raawwatan.+ Faarfannaa 50:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sababiin isaas, ati adaba* ni jibbita,Dubbiiwwan koo irraas ni garagalta.*+
26 “Haa taʼu malee, isaan siif ajajamuu didan; si irratti fincila kaasan;+ Seera kee irrattis dugda isaanii ni garagalchan.* Raajota kee warra gara keetti akka deebiʼan isaan akeekkachiisaa turan ni ajjeesan; gochawwan tuffii guddaa argisiisanis ni raawwatan.+