LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 12:2-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Isaan Yihowaadhaaf amanamoo waan hin taaneef, Rooboʼaam Mootichi mootii taʼee waggaa shanaffaa isaatti, Shishaaq+ mootiin Gibxii Yerusaalemiin waraanuuf dhufe. 3 Inni gaariiwwan fardaa 1,200 fi abbootii fardeenii 60,000 kan qabu yeroo taʼu, loltoonni lakkoofsi isaanii hammana hin jedhamne, jechuunis warri Liibiyaa, warri Suukiimii fi warri Itoophiyaa+ isaa wajjin Gibxiidhaa dhufanii turan. 4 Innis magaalota Yihudaa warra dallaa dhagaa qaban erga qabatee booda, dhuma irratti Yerusaalem gaʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi