2 Seenaa Baraa 13:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, Abiyaan raayyaa waraanaa loltoota jajjaboo leenjiʼan* 400,000 qabu fudhatee waraana dhaqe.+ Yeroboʼaamis loltoota jajjaboo leenjiʼan* 800,000 fudhatee isa waraanuuf tarree galee ni baʼe.
3 Kanaafuu, Abiyaan raayyaa waraanaa loltoota jajjaboo leenjiʼan* 400,000 qabu fudhatee waraana dhaqe.+ Yeroboʼaamis loltoota jajjaboo leenjiʼan* 800,000 fudhatee isa waraanuuf tarree galee ni baʼe.