1 Mootota 14:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Barri* Yeroboʼaam itti bulche waggaa 22 ture; sana booda inni abbootii isaa wajjin ni boqote;+ ilmi isaa Naadaabis bakka isaa mootii taʼe.+
20 Barri* Yeroboʼaam itti bulche waggaa 22 ture; sana booda inni abbootii isaa wajjin ni boqote;+ ilmi isaa Naadaabis bakka isaa mootii taʼe.+