-
1 Mootota 16:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kana malees, dubbiin Yihowaa Baʼaashaa fi maatii isaa irratti dubbatame karaa Yehuu raajichaa isa ilma Hanaanii taʼee ni dhufe; kunis kan taʼe, akkuma mana Yeroboʼaam taʼuudhaan hojiiwwan harka isaatiin isa dheekkamsiisuudhaan hammina Yihowaa duratti hojjete hundumaatiin kan kaʼee fi Naadaabiin ajjeesuu isaatiin kan kaʼe dha.+
-