-
2 Saamuʼel 5:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Haa taʼu malee, Daawit dahoo Xiyoon ishii yeroo ammaatti Magaalaa Daawit+ jedhamtu qabate.
-
-
1 Seenaa Baraa 11:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Achiis Daawit dahoo sana keessa jiraachuu jalqabe. Isaan Magaalaa Daawit jedhanii kan ishii waaman kanaafi.
-
-
Hojii Ergamootaa 2:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 “Yaa obbolootaa, ani waaʼee Daawit isa mataa maatii ture sanaa, inni akka duʼee fi akka awwaalame,+ awwaalli isaas hanga harʼaatti akka nu bira jiru ifatti akkan dubbadhu naa heyyamaa.
-