26 Yeroo sanatti Iyyaasuun kakaa kana ni labse: “Namni magaalaa Yerikoo kana deebisee ijaaru Yihowaa duratti abaaramaa haa taʼu. Yeroo inni buʼuura magaalattii kaaʼutti ilmi isaa inni angafaa ni duʼa; yeroo inni balbaloota ishii dhaabutti immoo ilmi isaa inni quxisuun ni duʼa.”+