-
1 Mootota 18:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis Ahaab Obaadiyaadhaan, “Biyyattii keessa gara bakka burqaawwan bishaanii fi sululawwan* itti argaman hundumaa dhaqi. Tarii horiiwwan keenya akka hin dhumneef, marga gaʼaa fardeenii fi gaangolii lubbuudhaan tursuuf gargaaru argachuu dandeenya taʼa” jedhe.
-