LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 34:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Leenconni saafelaa ciccimoo taʼan illee ni beelaʼu,

      Warri Yihowaa barbaaddatan garuu wanti gaariin tokko illee isaanitti hin hirʼatu.+

  • Faarfannaa 37:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Irreen hamootaa ni caba,

      Yihowaan garuu qajeelota ni gargaara.

  • Faarfannaa 37:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Isaan yeroo balaan gaʼutti hin qaanaʼan;

      Yeroo beelaattis wanta irraa hafaa ni qabaatu.

  • Filiphisiyus 4:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Waaqni koos akka badhaadhina isaa isa ulfina qabeessaatti wanta isin barbaachisu hunda karaa Kiristoos Yesuus guutummaatti deebisee isiniif kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi