-
2 Mootota 4:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Innis abbaa isaatiin, “Mataa koo, wayyoo mataa koo!” jedhe. Abbaan isaas tajaajilaa isaatiin, “Baadhuutii gara haadha isaatti isa geessi” jedhe. 20 Kanaafuu, inni baatee gara haadha isaatti isa geesse; mucichis hamma waareetti gudeeda ishii irra taaʼe; achiis ni duʼe.+
-