Luqaas 4:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Fakkeenyaaf, ani dhuguman isiniin jedha, Bara Eeliyaasitti yeroo waggaa sadii fi jiʼa jaʼaaf samiin cufamee guutummaa biyyattiitti beelli guddaan buʼetti,+ dubartoonni abbootiin manaa irraa duʼan hedduun Israaʼel keessa jiru turan. Yaaqoob 5:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Eliyaas namuma miira akka keenyaa qabu ture; taʼus bokkaan akka hin roobne cimsee yommuu kadhatetti, biyyattii irratti waggaa sadii fi jiʼa jaʼaaf bokkaan hin roobne.+
25 Fakkeenyaaf, ani dhuguman isiniin jedha, Bara Eeliyaasitti yeroo waggaa sadii fi jiʼa jaʼaaf samiin cufamee guutummaa biyyattiitti beelli guddaan buʼetti,+ dubartoonni abbootiin manaa irraa duʼan hedduun Israaʼel keessa jiru turan.
17 Eliyaas namuma miira akka keenyaa qabu ture; taʼus bokkaan akka hin roobne cimsee yommuu kadhatetti, biyyattii irratti waggaa sadii fi jiʼa jaʼaaf bokkaan hin roobne.+