Isaayyaas 41:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Isin waaqolii taʼuu keessan akka beeknuuf,Wanta gara fuulduraatti raawwatamu nutti himaa.+ Eeyyee, nuti isa ilaallee akka dinqisiifannuuf,Gaariis haa taʼu hamaa, wanta tokko raawwadhaa.+
23 Isin waaqolii taʼuu keessan akka beeknuuf,Wanta gara fuulduraatti raawwatamu nutti himaa.+ Eeyyee, nuti isa ilaallee akka dinqisiifannuuf,Gaariis haa taʼu hamaa, wanta tokko raawwadhaa.+