LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 19:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti Iizaabel Eeliyaasitti nama ergitee, “Boru yeroo kana akka raajota ati ajjeeste sanaa yoon si gochuu baadhe,* waaqoliin adaba guddaa na haa adaban!” isaan jette.

  • Roomaa 11:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Waaqayyo saba isaa warra dursee beeke hin dhiisne.+ Eeliyaas Waaqayyo duratti Israaʼelota himachuu isaa ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun maal akka jedhu hin beektanii? 3 “Yaa Yihowaa,* isaan raajota kee ajjeesaniiru, iddoowwan aarsaa kee diiganiiru, anuma qofatu hafe; amma immoo lubbuu koo balleessuuf yaalaa jiru.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi