-
Faarfannaa 50:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Waaqni keenya ni dhufa, calluma jechuus hin dandaʼu.+
-
-
Isaayyaas 29:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yihowaan Gooftaan Raayyaa
Kakawweedhaan, kirkira lafaa fi sagalee guddaadhaan,
Obomboleettiidhaan, bubbee fi labooba ibiddaa gubuun xiyyeeffannaa siif ni kenna.”+
-