-
2 Mootota 2:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Innis achii kaʼee gara Beetelitti ol baʼe. Utuu inni karaa irra deemaa jiruus ijoolleen xixinnoon muraasni magaalattii keessaa baʼanii, “Namicha mataa moluu nana, ol baʼi! Namicha mataa moluu nana, ol baʼi!” jedhanii isatti qoosuu jalqaban.+ 24 Dhuma irrattis inni garagalee isaan ilaalee maqaa Yihowaatiin isaan abaare. Achiis amaaketoonni dhaltuun+ lama bosona keessaa baʼanii isaan keessaa ijoollee 42 cicciran.+
-