-
Baʼuu 14:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Ani Faraʼoonitti, gaariiwwan fardaa isaattii fi abbootii fardeenii isaatti fayyadamee yommuun ofii kootiif ulfina argadhu, warri Gibxii ani Yihowaa akkan taʼe dhugumaan ni beeku.”+
-
-
Faarfannaa 37:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Hamoonni garuu ni badu;+
Diinonni Yihowaa akkuma iddoo dheedichaa ulfina qabeessa taʼeetti ni badu,
Isaan akkuma aaraatti ni badu.
-