2 Saamuʼel 7:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 guyyaa ani saba koo Israaʼel irratti abbootii murtii itti muudee+ jalqabee akka gochaa turanitti isaan hin cunqursan. Diinota kee hundumaa irraas boqonnaa siif nan kenna.+ “‘“Kana malees, akka Yihowaan sitti himetti Yihowaan mana siif ni ijaara.*+ 1 Seenaa Baraa 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 guyyaa ani saba koo Israaʼel irratti abbootii murtii itti muudee+ jalqabee akka gochaa turanitti isaan hin cunqursan.* Diinonni kee hundi akka siif bitaman nan godha.+ Kana malees ani, ‘Yihowaan mana siif ni ijaara’* siin nan jedha.
11 guyyaa ani saba koo Israaʼel irratti abbootii murtii itti muudee+ jalqabee akka gochaa turanitti isaan hin cunqursan. Diinota kee hundumaa irraas boqonnaa siif nan kenna.+ “‘“Kana malees, akka Yihowaan sitti himetti Yihowaan mana siif ni ijaara.*+
10 guyyaa ani saba koo Israaʼel irratti abbootii murtii itti muudee+ jalqabee akka gochaa turanitti isaan hin cunqursan.* Diinonni kee hundi akka siif bitaman nan godha.+ Kana malees ani, ‘Yihowaan mana siif ni ijaara’* siin nan jedha.