-
1 Mootota 1:51, 52Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
51 Solomoonis, “Kunoo, Adoniyaan Solomoon Mooticha sodaateera; inni, ‘Solomoon Mootichi ana tajaajilaa isaa goraadeedhaan akka hin ajjeesne dura naaf haa kakatu’ jechuudhaan gaanfota iddoo aarsaa qabateera” oduu jedhu ni dhagaʼe. 52 Yeroo kanatti Solomoon, “Inni amala gaarii yoo qabaate, rifeensa mataa isaa keessaa tokko illee lafa hin buʼu; wanti hamaan isa irratti yoo argame+ garuu ni ajjeefama” jedhe.
-