-
1 Mootota 22:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Yeroo kanatti mootiin Sooriyaa, “Mootii Israaʼelii wajjin malee, xinnaas taʼe guddaa eenyu iyyuu wajjin wal hin waraaninaa” jedhee ajajjoota gaarii fardaa+ isaa 32 ajajee ture.
-
-
1 Mootota 22:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Waraanichi guyyaa sana guutuu ni finiine; mootichas fuula isaa gara warra Sooriyaatti naannessanii gaarii fardaa sana keessatti hirkisanii dhaaban. Dhiigni isaas gaarii fardaa sana keessatti ni dhangalaʼe; innis galgaluma sana ni duʼe.+
-