LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 24:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanaafuu, namichi maqaa Yihowaa arrabse sun mamii tokko malee haa ajjeefamu.+ Guutummaan yaaʼichaa dhagaadhaan tumee isa haa ajjeesu. Namni biyya ormaas Maqicha yoo arrabse akkuma lammii biyyattiitti haa ajjeefamu.

  • Yohaannis 10:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Yihudoonnis, “Dhagaadhaan kan si rukunnu, hojii gaarii hojjetteef utuu hin taʼin, ati nama taatee utuu jirtuu waaqa of gochuudhaan Waaqayyoon waan arrabsiteefi”+ jedhanii isaaf deebisan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi