-
1 Mootota 16:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Aasaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 38ffaa isaatti, Ahaab ilmi Omrii Israaʼel irratti mootii taʼe; Ahaab ilmi Omrii Samaariyaa+ keessa taaʼee waggaa 22f Israaʼeliin ni bulche.
-