-
1 Mootota 22:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanaafuu, mootiin Israaʼel raajota gara 400 taʼan walitti qabee, “Raamot Giiliyaadiin waraanuuf dhaqu moo dhiisu?” jedhee isaan gaafate. Isaanis, “Dhaqi; Yihowaan harka mootichaatti dabarsee ishii ni kenna” isaan jedhan.
-