- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 18:33, 34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
33 Haa taʼu malee, namni tokko akkuma tasaa* iddaa isaa darbatee bakka kootiin sibiilaa isaa itti wal qabatuun mootii Israaʼel ni waraane. Kanaafuu, mootichi namicha gaarii fardaa isaaf oofu sanaan, “Akka malee waanan madaaʼeef, gaarii kana naannessiitii waraanicha* keessaa na baasi” jedhe.+ 34 Waraanichis guyyaa sana guutuu ni finiine; mootichas fuula isaa gara warra Sooriyaatti naannessanii hamma galgalaatti gaarii fardaa sana keessatti hirkisanii dhaaban; innis yommuu aduun lixxu ni duʼe.+
 
 -