1 Mootota 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Mootichi dooniiwwan Tarshiish+ warra dooniiwwan Hiiraamii wajjin galaanicha irra deeman qaba ture. Dooniiwwan Tarshiish waggaa sadiitti siʼa tokko warqii, meetii, ilka arbaa,+ qamaleewwanii fi xaawusoota* feʼanii dhufu turan. Hisqiʼel 27:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namoonni Deedaan+ sii wajjin bittaa fi gurgurtaa raawwataniiru; atis odolawwan hedduu irratti daldaltoota mindeessiteetta; isaanis ilka arbaa+ fi muka gurraacha gatii guddaa qabu akka gibiraatti siif kennaniiru.
22 Mootichi dooniiwwan Tarshiish+ warra dooniiwwan Hiiraamii wajjin galaanicha irra deeman qaba ture. Dooniiwwan Tarshiish waggaa sadiitti siʼa tokko warqii, meetii, ilka arbaa,+ qamaleewwanii fi xaawusoota* feʼanii dhufu turan.
15 Namoonni Deedaan+ sii wajjin bittaa fi gurgurtaa raawwataniiru; atis odolawwan hedduu irratti daldaltoota mindeessiteetta; isaanis ilka arbaa+ fi muka gurraacha gatii guddaa qabu akka gibiraatti siif kennaniiru.